Please Click Here To Support Our missions
Misensummaa
Oromoota bi'ya hunda jirtaniif Jaalalloota Oromoo Hundaaf! Gu)'Yaa harqoonni ( qambarri) ko1oneeffataa Habashaa nutti fe'amerraa jalqabee haga ar'aatti daaqanaan (teephni mormaan nu hudhan) nutti jabaachuu malee nutti laafee hin beeku. Habashaan hiree seenaatti fayyadamee Oromoof ummata bahaatiif kaabaa gabroornfatuu dandahe Meeshaa waraanaa ka Awrooppaan haga funyaanitti itti hiiteen fayyadamee ummata qophoo hin qabne miliyoona heddu fixe Walakkaa ummata Oromoo rasaasaan ajjeese Ka du"arraa hafan gabrummatti akka horii gabaa baasee gurgure. Kaan irra qubatee ko1oneeffate, gabbarsiise, nafxanyootaaf harcee (daakuu) daaysise. Ar"allee , yeroo alamni karaa wal qixxummaatti deemu, habashaan bulchiisa moofaa qalama ibsee haarawwa fakkeessuuf tattaaffachaa jira Oromoo kumaatamaan mana hidhaatti guuraa "dimokraasii dhaabe" jedhee lallaba Seera tokkoon maletti Oromoo mana isaatii baasee irbaata rasaasaa gochaa, "ummata lmpaayera ltoophiyaatiifwal qixxummaa fide" jedha "Oromoo afaan isaatiin akka baratu godhe" jedhee iyya ;alama sobuuf Arraba dhugaa dubbatu gar jabeennaan muraa "Mootummaa Oromiyaa ka Oromoon ufiin bulchitu dhaabeera" jedha;Sareelee ufii ganda Oromoo keessa bobbaasaa, Oromoo qayee isaatti saree godhee saree nyaachisaa, salphisaa, saamaa Ilmi Yohaannis, Mallas Zeenaawii, akkuma abboota isaa ta dhiiga Oromoo \\Talloo akka bishaanitti laga yaafte, ar'allee kaabaa-kibbatti, bahaa-dhihatti ummata cunqurfamaa dhiiga dhuguutti jira Waan Oromorraa saame arjoomaan monoppo1oota gugurdoof waan qooduuf, mootummoonni "Dimookraatawo0" ufiinjedhan irnimmaan ummata Oromoo oSoo argan duuyda itti gara galan Oromoo kumaatamaan biyya isaarraa hurnnaan ari'an oSoo argan Mootummaa Mallas Zeenaawiitii qarqaarsa dhangalssuuf
Dhugaan hin qal'atti malee hin cittu. Garuu dhugaa ka mul'isu seenaa Seenaa ammoo ilma namaattu hojjata Akka dhugaan baduu hin dandeenne seenaan ummata lsraaiil wabii guddaadha Ummanni kun zamana seenaan katabamuu hin jalqabinirraa kaasanii haga dhihoo tanaatti laga cunqursaa heddu cehan.
Mootummoonni fir'oow-naa (Pharaoh of ancient Egypt) ummata kana akka gabraatti itti fa)'Yadamaa turan Mootummoota wal duraa duubaan dhufan hedduun jeeqama baay'ee arge, ummanni lsraaiil. Bakka qubatan dhabanii dachii hundarra bittinnaahan Bakka maratti jibbaa guddaan laalamanii akka bineensaa adamfaman Ta Naaziin Jarman dhihoo tana isaan goote seenaan ilmoo namaa waan dagattuu miti Wal'aansoo ummanni Taamil bilisummaa ufiitii godhaajirullee xiiQxallaan laaluun, akka laaftullee dhugaan hin duune mul'isa OSOO mootummoonni heddu maqaa hin taane itti baasan ummanni kun haqa ufiitiif qabsoo finiintuu oofaa jira.
Qabsoon ummanni filisxeem (Palestine) dhugaa argachuufbara dheeraaf deemsisaa ture, laga heddu ceetee ar'a firii godhachaa jirti
Lmmanni cunqurfamaan tokko hurnna waraanaa duwwaan hin bilisoomu. Qabsoo dirree 101aa biratti (madditti) wanni hojjatamuun malu baay'etu jira Ummata qa'ee isaarraa buqqa'ee , tamsa'ee bakka bakkatti bittinnaahee, beelaaf dhukkubaaf saaxil bahe bira dhaabachuun kana keessaa isa tokko Yeroon amma keessa jirru kun yeroo murteessaadha. Akkuma Minilik abbaan isaanii dhagaa mormatti baatee Y ohaannisii sagade sanitti ar'a Ilmaan isaa, Nafxanyoonni dhiiga Ummata Oromoo xuuxuu baratan , wal dhabbii isaaniifMallas jidduu turte hunda irraanfatanii afaan tokko tahan Minilik gaafa dhagaa mormatti baatee Yohaannisiif sujuuda bu'e wanni inni barbaade waan tokko duv.waa. Sunis "Oromoo anaaf dhiisi Yoo Oromoo akka k010neeffadhu naa hayyamte ani waan isaanirraa saamu hunda siif qooda, si gabbara" jedheenii hayyama seenaa gaafate Ar'allee warri kooraa nutti fe'atee nu yaabbachaa ture, wannummaan Mallas MAQA..A..F nuu kenne, ta akka qubee Oromoo , itti hadhoofnaan, kooraa nutti deeffachuuf dhagaa matatti baatanii Mallasiif sagadaa jiru; Oromoo kumaatamaan harkaaf harma ciruuf, akka abbaa isaanii akka minilik; Calanqoof Aann01een ar'allee deebisuuf. Karaan seenaan lmpaayera sanii itti deemaajiru beekamaadha Wanni ummata keenna eeggatullee nama xiinxalluuf dhokattuu miti; Haga dur caalaa kumaatamaan qayee isaarraa buqqa'uu, saamamuu, biyyoota ol1aa jiranitti baqatee dhukkubaafbeelatti keennamuu Gaaddisa tokko malee roobaan shamee aduun waddamuu. Gabaabinnatti akka waan rakkoon asiin duraa isa hin gahinii , nafxanyoonni Mal1asiin wal tahanii , ummata keenna dararuufyoomuu caalaa qophaahaajiru. Ummata Oromoo akka Ummataatti, oSoo dandahanii lafarraa balleessuu yaadan. Kana agarree, karaan seenaan itti deemaajiru nutti baredduu dinnaan, heexoon summii ta ummata keennaa dhuubamaa jirtu nu sodaachifnaan, Oromoonni tokko tokko, ka alarna kanarra biyya biyya qubanne Oromoo Support League uurnne. Yeroon yeroo rafanii miti. Wanni ummata keenna eeggataa waan haguma liphsuu ijaallee nama muusessaatii miti Yoo abbaan iyyate ol1aan dirmata Harka ambaa duwwaa eeggachuun uguruu nama hin geessu. Nu Oromoon carraa aIatti baqachuu argannee, gaaddisa beelaaf dhukkuba jalatti baqannu arganne , mee warra hiree kana hin argatin haa yaadannuu Waan ufii nyaannurraa qusachuun urnrnata keenna beela baasuufhaa tattaaffannuu Waan ufii uffannurraa qooduufiin ummata keenna ka qa'ee isaarraa buqqa'ee guyyaa aduun halkan qorraan gubatu daara haa baafnuu Osoo dukkaanallee taatee waan jalatti baqatu qopheessufii haa yaalluu. Wal haa kakaafnuu.
OSL abdii ilmaan Oromoo malee galii biraa qabaatee Urnmata Oromoo qarqaaruufhin dhaabanne Mariif qarqaarsa ilmaan Oromootiin garuu rakkoo urnmata keennaa irraa salphisuu ni dandeenna jennee amanna.
Kanaaf seenaan asii olitti kaafne ka ummata Israael, ka umnmata flisxeem, wabii guddaadha. Mee urnmanni akka Taarnil, ka biyya isaatii alatti baqate akka nama tokkoo tahee ummata isaa ka Shrilaankatti rakkoo keessa jiru akkarnitti akka qarqaaraa jiru uf madditti hubadhaa Qarqaarsi urmmata keennaaf godhamu akka mijaahu nu warri OSl Akkaataa ummata keenna itti qarqaarru nu hundi wal mariin waan hojjannu taha Garuu xiqqaate osoo hin jedhin ilrni Oromoo ka carraa ala bahuu argate hundi rakkoo urnmata kanaatiifbuusii godhuu qaba jennee amanna Kanaafuu yaada kana jabeessuuf, marii gochuuf mniseensa OSL tahuun waa hundaan akka nu bira dhaabattan kabajaan isin waamna Biyya ufii malee, biyyee ufiitiif fira ufii malee jiruun namaa jiruu qurxurnmii ta bishaan keessaa baasaniiti Urnmanni keenna nuufRabbii ufii malee eennu qaba') Firoota Oromoo ka haga ar'aa rakkoo teenna nu waliin qoodamaa turan seenaan haqaa kitaaba hin haqamnne keessatti akka isaan galmeesse ibsaa ar'allee akkuma dur nu maddii akka dhaabatan kabajaan gaafanna
Dhugaan hin qal'atti malee hin cittu