| Baga Nagaan Dhuftana Qa'ee Nasruddiin Kutaa Afaan Oromoo, (Waaqi Ka Ol'aana fi waan itti sharrakamu mara irraa qulqulluu ta'e akkana jedhaa:) Ee ilma nama, nuti lubbu takkitti irraa isin uumne, dhiira fi dubartis, nuti uummata fi gosas isinii goone, akka wal-beeytaniif. Dhugumatti haa tahuu male, irra kabajamaan keessan fuula rabbi duratti kama Isa sodaatu. Rabbi waan hunda beekas waan hundas hubata [Suurah 49 Aayah 13]. Du'aa'ii Salaata Booda Bakka SHEEKH MUHAMMED RASHAD Kitaaba Tawhiida KITAABUL'AQIIDATI WA USGUULIL'AHGKAAM Tafsiira Qur'aana Afaan Oromoo tifi Kitaaba waa'ee Islaamumma ka Afaan Oromootin barreeffame dubbisu yoo feetan, qa'ee bilisummaa jedhamtu dhaqa. Yoo bira geettan, gara mirgaatti ka Islaama jedhu tuqaa irra fayyadama. Rabbi nu mara sheyxaana nurra haa tiysu. Aamiin! Dhaamsa Yoo qabaattan [email protected] barreessa na qunnama |